Odeeffannoo caalu hojjetootaa fi dalaga-barbaadotaa fi daldala kanneen qaban akkasumas gaggeessitoota dalagaaf (managers) afaan English argachuuf as ilaaluu Business and work page dandeessa.
Gargaarsa caalu afaan keetiin yoo barbaadde, TIS Biyyaalessaa 131 450 irratti bilbilii afaan hiikaa gaafadhu, sana booda bilbila 13 22 15 irratti Daldala Victoria (Business Victoria) waliin akka wal si qunnamsiisan gaafadhu.
Odeefannoo bakka dalagaa COVIDSafe (COVIDSafe workplace information)
Hojiin keessan COVIDSafe Plan uumuuf gargarsa ni barbaadaa?
- Lakk 13 22 15 irratti bilbilaatii ogeessa afaan hiiku kan kaffaltii irraa bilisa ta'e gaafadhaa.
- Hojiin Victoriyaanotaa hundi COVIDSafe Plan qabaachuu qaba.
Bakka hojiitti mallattoowwan vaayirasii koronaa (COVID-19) yoo agarsiistaan maal akka goochuu qabdan
- Gara manaa deemaa akkasumas gara hojii garuu hin deemiinaa
- Qoratamaa
- Bu’aawwan qorannoo keessanii yeroo eegaa jirtanitti deegarsi faayinaansii ni jiraata
- Bu’aa qorannoo negaatiivaa yoo fudhatte qofa gara hojiitti deebi’aa
Hojjetaan vaayirasii koronaa (COVID-19) qoratamee yoo irratti argame maal gochuun qabaa?
- Tuxxuqqiiwwan dhiyeenyaa beeksisaa
- Waluumaagalatti qulqulleessaa
- Dhaabbata Worksafe Victoriatiif beeksisaa 13 23 60
- Dhababata DHHS tti beeksisaatii gorsa barbaadaa 1800 675 398
COVID Marshals
Reviewed 16 November 2020